Mallattoo ulfaa. May 17, 2021 · Dubartoonni yeroo hordoffii ulfaa taas...
Mallattoo ulfaa. May 17, 2021 · Dubartoonni yeroo hordoffii ulfaa taasisan gama hakiimotaan yeroo dubartiin erga deesseen booda mukaa’uun (postpartum depression) ishee mudachuu akka danda’u itti himamuu qaba jetti. Qorannoon isaa maal Wantoota Dubartiin Ulfaa Gochuu Hin Qabne 5n "Five activities a pregnant woman typically avoids" Jan 25, 2024 · Mallattoolee Ciccimoo Yeroo Ulfaa =============================== Haati ulfaa tokko mallattooleen armaan gadii kun yoo irratti mul’ate ykn of irratti argite hatattamaan gara dhaabbata fayyaa deemuu qabdi! Dhiigni qaama saalaatiin bahu Dhangala’aan akka bishaanii baay’inaan/kan huccuu jiisu yookin foolii qabu qaama saalaatiin dhangala’u Saala daa’ima gadameessa jiruu akkamiin baruun danda’ama - mallattoo yeroo ulfaa irratti hundaa'uun. Mallattoowwan sukkaara dhiigaa olka’uu dheebuu garmalee, yeroo baay’ee fincaa’uu fi garmalee dadhabuu kan dabalatu dha. #oromotiktok #oromiyaa #ilkan Dhukkubni sukkaaraa ulfaa yeroo baayyee mallattoo tokkollee hin qabu. WAL-QUNNAAMTII SAALAA Leave a Comment / Health “ WALQUNNAAMTII SAALAA YEROO ULFAA” Wal quunnamtiin saalaa hanga ji’a afuritti haadha ulfaaf mijachuu dhiisuu danda’a. Mallattoolee yeroo ulfaa gara jalqabaa Kurnan kutaa 1ffaa Kalee keenya maaltu hojiin ala godha ykn dadhabsiisa Dubartoota ulfa barbaadani garuu ulfi isaan dide waan gochuu qaban kessa isa bu'ura Mar 16, 2023 · Mallattoolee Yeroo baayyee Durbaatota #ulfaa irratti muldhatuu fi furmaata isaa! ︎Gogiinsa garaa ︎Mataa bowwuu ︎Dhukkubbii dugdaa ︎Ol ol jechuu fi Hoqisiisuu ︎Iddi dhiigaa miilaa dhiitahuu Jun 22, 2023 · Mallattoon xannacha keenyaa gadameessaa “mallattoo kaansarii miti” jedhu ogeessi kun. Xannachoota kana kan “xannacha gowwaa” fi xannacha kaansarii jennee qooduu dandeenya. Sep 16, 2022 · Kennaa Waaqayyoo mallattoo ulfinaa godhee siif kenne kana fudhachuufiin kan maluuf, abbaa manaa kee qofa! Dhiirota fedha foonii qofaaf si barbaadanii wajjin sagaagaltee seenaa keessa keetti si ceepha’u hin qabdu. Waa’ee kee baay’ee yaaddofti Dubartiin tokko gaafa si jaalatte nageenyi kee baay’ee ishii yaaddessa. Rakkoon yoo si qunname ni cinqamti.
xfhchbd qjjm trchrt vnnipadip dciq cwv hqvde taahg erbfxx zpq